Biyya abbaa ofii
- melalaa
- Mar 7, 2020
- 1 min read
"Yaa biyya ko gaarii
yoomuman dhufee si argaa?
An si dhiisee deemuu kiyyaa
Halkanii guyyaan lubbuu koo yakka" jedhe weellisaan sun. Lafa citee dhukkuba. Waan isa dhibetu jira. Nama biraaf galuu dhiisuu danda. Kan biyya hormaa jiraartee arge ammoo ni beeka. Biyyi abbaa ofii biyya abbaa ofii ti. Nama miti dhagaa isaa nama yaadchisa. Qilleensi isaa illee adda. Nama dharraasisa.



Comments